13/08/2025
Thank you 🙏
Boni Coffeen ☕️ Buna qulquulluuf sadarkaa isaa eeggate irraa buna dhandhama minyaawaa qabu danfisee maamilasaa obaasee garaa ciibsuudhaaf as ba'eera.
Maarreen bakki argama Keenyaa Madanaalem naannoo Fiilaansa Gamoo Guter mana nyaataa Caaltuu cinatti argamna!
Buna qulquulluu dhuguuf
Boni Coffee ☕️ filadhaa!
JayiTare